1. biyya lafaa. 2. qabeenya.
karaa, sududa; Adeela saniin as dhufe.
"goondaa" ilaalaa.
1. dhiira dubartii adamsu, saragee. 2. nama deemsa baayyisu.
"deemsa" ilaalaa.
1. kan olii gad deemuu jaallattu yookiin jaallatu. 2. nadheen dhiira adamsitu.
"adeemuu" ilaalaa.
bifa aannan yookiin cabbii fakkaatu.
"hadoocha" ilaalaa.
"hadoochuu" ilaalaa.
"hadooda" ilaalaa.
"hadooduu" ilaalaa.
ji'a Waxabajjii fi Hagayya jidduu oolu.