Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
buusaa harkaa ma.
GAO

dachaa harkaa kan lafee ciqilee gadiitiifi barruun harkaa itti wal gawu, many'ee harkaa.

buusii ma.
GAO

horii (qarshii) nama adda addaa irraa walitti guurame.

buusuu go.
GAO

1 . waan xiqqaa waan jabaa bira qabuu;Falaxaa  buusan malee furdaa qofa walittiaansanii  yookiin q...

buutii ma.
GAO

gosa bofaa kan yoo hadhaa namatti facaafte yookiin afuufte nafti nama dhiitawu.

buutuu ad.
GAO

tan baddaadhaa gadi deemtu. 2. tan waan dhangala'e guurtu, funaantu yookiin bu'attu.

buuyyalee
GAO

"muujalee" ilaalaa.

buwannaa ma.
GAO

waan dhangala'e tokko tokkoon guurrannaa.

buxxe ma.
GAO

mi'a buna tumame itti naqan.

buxxe ma.
GAO

mi'a buna tumame itti naqan.

buye ma.
GAO

gaafa saawwaa kan dalga yookiin ol dheeratu.

buyo ma.
GAO

gosa margaa.

buyo ma.
GAO

gosa margaa.

buyyiitii 2 ma.
GAO

okkotee xinnoo.

Sponsors