Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
buubaa ad.
GAO

kan ofitti nama hindhiyeessine, kan kasoo hintaane (yeroo baay'ee horiif).

buuchoo ma.
GAO

gaafa horii. buuchoo farsoo ma. Qixxaa farsoo, abshiloo.

buufaa 1 ma.
GAO

qalqalloo warri sibiila tumu ibiddatti qilleensa ittiin afuufan.

buufaa 2 ad.
GAO

nama soba guddisu yookiin kan sobaan guddaa of fakkeessu, of tuulaa.

buujalee
GAO

"muujalee" ilaalaa.

buukanii
GAO

"buukii 1,2" ilaalaa.

buuke ma.
GAO

waan adii buusaa mukaa irraa guuranii kirrii yookiin uffata irraa qopheessan, jirbii.

buukii 1 ma.
GAO

rifeensa shishifii.

buukii 1 ma.
GAO

rifeensa shishifii.

buukii 2 ma.
GAO

qinqinii muka daana'oon nyaate keessaa harca'u.

buuphaa
GAO

"hanqaaquu" ilaalaa.

buuqqataa
GAO

"buqataa" ilaalaa.

buusa ma.
GAO

1.waan suuqa jiru gadi fuudha;  "Kan suuqaan buusaatti  kan  ukaa  jalaa bu'e." 2. horii yookiin...

Sponsors