Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
buquqa 2 ad.
GAO

nama hara malee dulloome, kan humna hinqabne dadhabaa yookiin dadhabduu.

buquqaa'aa ad.
GAO

1. "buquqa" ilaalaa. 2. iyyeessa homaa hinqabne.

buquqaa'aa ad.
GAO

1. "buquqa" ilaalaa. 2. iyyeessa homaa hinqabne.

buquqaawuu go.
GAO

buquqa ta'uu.

buquqaawuu go.
GAO

buquqa ta'uu.

buquqeessuu go.
GAO

akka buquqa ta'u gochuu.

buquqeessuu go.
GAO

akka buquqa ta'u gochuu.

buqushaa
GAO

"shooshoo"  ilaalaa.

burdii ma.
GAO

foon hidhii gubbaa jalaa gadi rarra'u. 2. hidhii hara malee furdatu.

burdii ma.
GAO

foon hidhii gubbaa jalaa gadi rarra'u. 2. hidhii hara malee furdatu.

buree 1 ma.
GAO

hodhaa migira irraa qophaayee mana keessatti dhimma itti bayan.

buree 1 ma.
GAO

hodhaa migira irraa qophaayee mana keessatti dhimma itti bayan.

buree 2 ma.
GAO

maqaa mukaa.

buree 2 ma.
GAO

maqaa mukaa.

Buree 3 ma.
GAO

maqaa magaalaa kutaa biyya Iluu Abbaa Booriifi Goojjaam keessatti argamu.

Buree 3 ma.
GAO

maqaa magaalaa kutaa biyya Iluu Abbaa Booriifi Goojjaam keessatti argamu.

burii 1
GAO

"bururii"  ilaalaa

burii 1
GAO

"bururii"  ilaalaa

burii 2
GAO

waan akka dinnichaa kan lafa keessaa qotanii nyaatan kan ofiin biqilu.

burii 2
GAO

waan akka dinnichaa kan lafa keessaa qotanii nyaatan kan ofiin biqilu.

Sponsors