Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bulbulamaa ad.
GAO

kan waliin dhayamee qal'ate yookiin kan bishaaniin wal make.

bulbulamaa ad.
GAO

kan waliin dhayamee qal'ate yookiin kan bishaaniin wal make.

bulbulamuu go.
GAO

wanti akka daakuu yookiin dammaa bishaan yookiin waan akkasiitin laafee (bishaani wal makee) dhangal...

bulbulamuu go.
GAO

wanti akka daakuu yookiin dammaa bishaan yookiin waan akkasiitin laafee (bishaani wal makee) dhangal...

bulbulsiisuu go.
GAO

akka bulbulu gochuu.

bulbulsiisuu go.
GAO

akka bulbulu gochuu.

bulbuluu go.
GAO

daakuu,biyyee, damma, w.k.£. Bishaan itti naqanii waliin gawuu yookiin makuu.

bulbuluu go.
GAO

daakuu,biyyee, damma, w.k.£. Bishaan itti naqanii waliin gawuu yookiin makuu.

bulcha ma.
GAO

akka bulu gocha; Shiftaa mana kee bulcha homtuu hinjaallanne. 2. akka seeraan bulu tolcha.

bulcha ma.
GAO

akka bulu gocha; Shiftaa mana kee bulcha homtuu hinjaallanne. 2. akka seeraan bulu tolcha.

bulchaa 1 ad.
GAO

nama biyya bulchu.

bulchaa 1 ad.
GAO

nama biyya bulchu.

bulchaa 2
GAO

"bultee 2" ilaalaa.

bulchaa 2
GAO

"bultee 2" ilaalaa.

bulchuu go.
GAO

akka bulu gochuu. 2. ummanni akka seeratti bulu gochuu, eeguu, to'achuu, nagaafi jireenya isaatiif k...

bulchuu go.
GAO

akka bulu gochuu. 2. ummanni akka seeratti bulu gochuu, eeguu, to'achuu, nagaafi jireenya isaatiif ...

bulee ad.
GAO

kan bifti adiifi gurraacha makaa qabu. 2. kan bifti magariisuu, magarsuu, bifa baalaa.

bulee ad.
GAO

kan bifti adiifi gurraacha makaa qabu. 2. kan bifti magariisuu, magarsuu, bifa baalaa.

bulfannaa ma.
GAO

1.akkanama wajjin bulu godhacha. 2. akka yeroo dheeraa nama wajjin jiraatu godhacha. 3. ayyaana kaba...

bulfannaa ma.
GAO

1.akkanama wajjin bulu godhacha. 2. akka yeroo dheeraa nama wajjin jiraatu godhacha. 3. ayyaana kab...

Sponsors