Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bufaa ma.
GAO

gosa  raammoo  kan miilla dheeratu.

bufaa ma.
GAO

gosa  raammoo  kan miilla dheeratu.

buffee ad.
GAO

kan nafti furdaa, guddaa.

buffee ad.
GAO

kan nafti furdaa, guddaa.

buhaawaa ad.
GAO

bishaan qorri gadi lakkise,  kan o'e yookiin bulluqe, guunsharaa.

buhaawaa ad.
GAO

bishaan qorri gadi lakkise,  kan o'e yookiin bulluqe, guunsharaa.

buhaawuu go.
GAO

qorri gadi lakkisuu, o'uu, bulluquu; Bishaan buhaawu malee hindanfu.

buhaawuu go.
GAO

qorri gadi lakkisuu, o'uu, bulluquu; Bishaan buhaawu malee hindanfu.

bujugsiisuu go.
GAO

akka bujugsu gochuu.

bujugsiisuu go.
GAO

akka bujugsu gochuu.

bujugsuu go
GAO

ilkaan fuulduraatiin  irraa kutanii afanitti fudhachuu, cuffachuu (ciffachuu) .

bujugsuu go
GAO

ilkaan fuulduraatiin  irraa kutanii afanitti fudhachuu, cuffachuu (ciffachuu) .

bujummoo
GAO

"ujummoo" ilaalaa.

bukaa'aa ad.
GAO

bukoo baay'ee turee bilchaate yookiin tolfamuu gaye.

bukaa'aa ad.
GAO

bukoo baay'ee turee bilchaate yookiin tolfamuu gaye.

bukaa'uu go.
GAO

1. bukoon tolfamuu gawuu, bilchaachuu. 2. waliin dhahamuu, baduu; Dubbiin bukaawuu.

bukaa'uu go.
GAO

1. bukoon tolfamuu gawuu, bilchaachuu. 2. waliin dhahamuu, baduu; Dubbiin bukaawuu.

bukachuu 1 go.
GAO

buukii godhachuu.

bukachuu 1 go.
GAO

buukii godhachuu.

bukachuu 2 go.
GAO

1.bukoo ta'uu; Midhaan kun hinbukate. 2. dubbiin waliin dhahamuu, baduu; Si'achi waan goonu hinqabnu...

Sponsors