1. gargar bawuu, iddoo lamatti hiramuu. 2.wal lolanii yookiin wal dhabanii wal biraa deemuu, keessat...
1. gargar bawuu, iddoo lamatti hiramuu. 2.wal lolanii yookiin wal dhabanii wal biraa deemuu, keess...
gargar baasuu, kobaa kobaatti baasuu; Jabbiin loon hodhaa akka hinoolle addaan foowuu barbaachisa.
gargar baasuu, kobaa kobaatti baasuu; Jabbiin loon hodhaa akka hinoolle addaan foowuu barbaachisa.
gargar baasuu, bakka lamatti baasuu; Midhaan waliin qaban addaan fuudhuu deeme.
gargar baasuu, bakka lamatti baasuu; Midhaan waliin qaban addaan fuudhuu deeme.
nama wal lole gidduu seenanii akka wal dhiisan gochuu. 2. keessummaaf waan barbaachisu kennanii dafa...
nama wal lole gidduu seenanii akka wal dhiisan gochuu. 2. keessummaaf waan barbaachisu kennanii daf...