akka borcu yookiin borcitu gochuu
"boccoqa" ilaalaa.
dubbii yookiin dhangala'aa waliin dhawuu, booressuu; Daa'imni corroqa boruu jaallatti.
dhugaatii furdaa geeshooniifi hunkuroon itti hinmakamne kan biqila qabu.
ulee furdaa.
"borxoxxee" ilaalaa.
"boru" ilaalaa.
akka borobboju gochuu.
midhaan waliin maka.
midhaan walitti makamuu.
midhaan waliin makame; Maal kun borobbojamaan akka midhaan.kadhattuu.
midhaan walitti, makuu.