Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Boobaa 2 ma.
GAO

waan akka shambaqqoo kan mormaa qabee amma mardhimmaaniitti diriiru, kan waan nyaatan keessaan liqim...

boobee ma.
GAO

bishingaa kan gumaan isaa gara adiitti gaalchu.

booca ma.
GAO

qixxaa warqee kan barruu harkaa irratti diriirfamee eelee irratti bilchaatu, booxxoo.

boochiftuu
GAO

"boossiftuu" ilaalaa.

boochisiiftuu
GAO

”boossiftuu” ilaalaa.

boochisuu
GAO

"boossisuu" ilaalaa

boochuu
GAO

"boossuu"  ilaalaa

booda da.go
GAO

yeroo kanatti aanee dhufu, amma odoo hintaane, takka turee, maayessa.

boodde
GAO

"booda" ilaalaa

booj i 'ama.
GAO

waraana irratti moyanii humnaan fudhacha.

booj i 'amaa ad.
GAO

kan waraana irratti moyamee harka diinaa jala gale.

booj i 'uu go.
GAO

waraana irratti mo'atanii mi'a horii yookiin nama fudhatanii galuu; "Ogguma dhudhuufaa galtun harree...

booji'ama.
GAO

waraana irratti moyanii humnaan fudhacha.

booji'ama.
GAO

waraana irratti moyanii humnaan fudhacha.

booji'amaa ad.
GAO

kan waraana irratti moyamee harka diinaa jala gale.

booji'amaa ad.
GAO

kan waraana irratti moyamee harka diinaa jala gale.

booji'uu go.

Sponsors