Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
boccoqamuu go.
GAO

ilkaaniin yookiin harkaan kutamuu.

boccoqamuu go.
GAO

ilkaaniin yookiin harkaan kutamuu.

boccoqsiisuu go.
GAO

irraa cuffachiisuu yookiin waan akka jirbii kukkuchiisuu.

boccoqsiisuu go.
GAO

irraa cuffachiisuu yookiin waan akka jirbii kukkuchiisuu.

boccoquu go.
GAO

wayi irraa (fakkeenyaaf, foon) cuffachuu yookiin kutuu.

boccoquu go.
GAO

wayi irraa (fakkeenyaaf, foon) cuffachuu yookiin kutuu.

bocho
GAO

"bal'aa" ilaalaa.

bochororee
GAO

"shooshoo 1" ilaala

bocuu
GAO

"soquu” ilaalaa.

boddaa
GAO

"balaccuu  1" ilaalaa.

bofa ma.
GAO

1.lo'aa summii qabu kan nama hiddinaan, yeroo baay'ee, oggasuu nama ajjeesu. 2. kan abshaalummaadhaa...

bofa ma.
GAO

1.lo'aa summii qabu kan nama hiddinaan, yeroo baay'ee, oggasuu nama ajjeesu. 2. kan abshaalummaadhaa...

boffaa’uu go.
GAO

furdaa hoffaa ta'uu, boffee ta'uu.

boffaa’uu go.
GAO

furdaa hoffaa ta'uu, boffee ta'uu.

Boffee 1 ad.
GAO

furdaa keessi isaa jabeenya hinqabne.

Boffee 1 ad.
GAO

furdaa keessi isaa jabeenya hinqabne.

Boffee 2 ma.
GAO

jirbii maagii ta'u, kan manatti foyamu.

Boffee 2 ma.
GAO

jirbii maagii ta'u, kan manatti foyamu.

boffeessuu go.
GAO

boffee taasisuu.

boffeessuu go.
GAO

boffee taasisuu.

Sponsors