Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bitamaa ad.
GAO

kan gatiin kennamee fudhatame.

bitamaa ad.
GAO

kan gatiin kennamee fudhatame.

bitamuu go.
GAO

gatiin kennamee fudhatamuu.

bitamuu go.
GAO

gatiin kennamee fudhatamuu.

bitimaa ma.
GAO

cufaa karraa kan muka damee qabu walitti hidhanii qopheessan.

bitimaa ma.
GAO

cufaa karraa kan muka damee qabu walitti hidhanii qopheessan.

bitintiraa
GAO

ad.kanhumna dhabee gatantaraa deemu.

bitintirii ma.
GAO

humna dhabanii asiifi achi raafama, gatantara.

bitintirii ma.
GAO

humna dhabanii asiifi achi raafama, gatantara.

bitintirsuu go.
GAO

humna dowwatanii asiif achi raasuu, gatantarsuu.

bitintirsuu go.
GAO

humna dowwatanii asiif achi raasuu, gatantarsuu.

bitintiruu go.
GAO

humna dhabanii raafamuu, akka nama machaayeetti  deemuu, gatantaruu.

bitintiruu go.
GAO

humna dhabanii raafamuu, akka nama machaayeetti  deemuu, gatantaruu.

bito
GAO

"bita" ilaalaa.

Bitootessa ma.
GAO

ji'a Guraandhalatti aanee dhufu.

Bitootessa ma.
GAO

ji'a Guraandhalatti aanee dhufu.

bittaa galuu go.
GAO

1.gara bittaagoruu. 2. amala f aara qabu dhabuu, akka namni barbaadu ta' uu diduu, gidiramaa ta' uu.

bittaa galuu go.
GAO

1.gara bittaagoruu. 2. amala f aara qabu dhabuu, akka namni barbaadu ta' uu diduu, gidiramaa ta' uu.

bittaa ma.
GAO

waan gurguramu gatii kennanii fuudha.

bittaa ma.
GAO

waan gurguramu gatii kennanii fuudha.

Sponsors