Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bishaan waa nyaachuu go.
GAO

1.bishaan laga guute waa fudhachuu. 2. faayidaa tokko malee baduu; Dadhabbii koo bishaantu nyaate.

bisingaa
GAO

”misingaa ” ilaalaa.

bisinqillee ma.
GAO

1.raaddeen gabbina qabdu . 2 . nama keessattuu dubartii itti tole.

Biskileetii ma.
GAO

konkolaataa gommaa lamaa kan mootora hinqabne.

bismaara
GAO

”mismaara” ilaalaa .

bissii ma.
GAO

garbuu,  qamadii w.k. f.,haamamee qabaa qabaan walitti hidhamu,  qixraan, nadoo.

bita'oo ma.
GAO

jifaara ilkee arbaa irraa yookiin sibiila adda addaa irraa qophaayee harkatti yookiin irree irratti ...

bitaa ma .
GAO

1.( fakkeenyaaf gara baha biiftuutti yeroo fuulleffatan)  bakka dhaqna namaa gara boroo (kaabaa) oo...

bitaacha ad.
GAO

nama harka bitaatiin hojj etu.

bitaacha ad.
GAO

nama harka bitaatiin hojj etu.

bitacha ma.
GAO

gatii kennanii waan barbaadan fudhacha.

bitacha ma.
GAO

gatii kennanii waan barbaadan fudhacha.

bitachuu go.
GAO

waan barbaadan gatii kennanii ofiif fudhachuu.

Sponsors