Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bishaan badiisaa ma.
GAO

lolaa hamaa bara Nooh uummata markaba (doonii) isaa keessa hingalin hunda nyaate (fudhate) jedhamu.

bishaan badiisaa ma.
GAO

lolaa hamaa bara Nooh uummata markaba (doonii) isaa keessa hingalin hunda nyaate (fudhate) jedhamu.

bishaan bishaan jechuu go.
GAO

mi’aaya dhabuu, akka bishaanii ta’uu;Foon affeelte kun soogidda hinqabu, bishaan bishaan jedha.

bishaan bishaan jechuu go.
GAO

mi’aaya dhabuu, akka bishaanii ta’uu;Foon affeelte kun soogidda hinqabu, bishaan bishaan jedha.

bishaan fuudhuu go.
GAO

bishaan baay'eedhaan qal'achuu yookiin, bukaawuu.

bishaan fuudhuu go.
GAO

bishaan baay'eedhaan qal'achuu yookiin, bukaawuu.

bishaan fuulaa
GAO

"bishaansammu” ilaalaa.

bishaan fuulaa
GAO

"bishaansammu” ilaalaa.

bishaan gudunfuu
GAO

"bishaan naqachuu" ilaalaa.

bishaan gudunfuu
GAO

"bishaan naqachuu" ilaalaa.

bishaan itti naquu go.
GAO

yaada yookiin yaalii nama tokkoo tuuffaachuu, busheessuu.

bishaan itti naquu go.
GAO

yaada yookiin yaalii nama tokkoo tuuffaachuu, busheessuu.

bishaan ma.
GAO

dhangala’aa kan dheebuuf dhugan, kan ittiin nyaata qopheessan, qulqullummaa ofii yookiin wayii itt...

bishaan ma.
GAO

dhangala’aa kan dheebuuf dhugan, kan ittiin nyaata qopheessan, qulqullummaa ofii yookiin wayii itt...

bishaan naqachuu go.
GAO

nama furfuree bishaan godhachuu, bishaan gudunfuu.

bishaan naqachuu go.
GAO

nama furfuree bishaan godhachuu, bishaan gudunfuu.

bishaan sammuu ma.
GAO

bishaan dubartiin yoo ciniinsifattu odoo daa'imni hindhalatin dura dhangala'u.

bishaan sammuu ma.
GAO

bishaan dubartiin yoo ciniinsifattu odoo daa'imni hindhalatin dura dhangala'u.

bishaan ta’uu go.
GAO

1.akka bishanii qal'achuu; Farsoo cumaan itti xinnaate bishaan ta'a. 2. nayee diilallaa'uu (akka bis...

bishaan ta’uu go.
GAO

1.akka bishanii qal'achuu; Farsoo cumaan itti xinnaate bishaan ta'a. 2. nayee diilallaa'uu (akka bi...

Sponsors