akka aannan baay'ee kennitu soorachuu,2. mirgisiisuu.
horii aannan baay'ee kennitu, mirgituu
"meeta" ilaalaa.
”aannan dhowwachiisuu" ilaalaa.
"birrisiisuu" ilaalaa.
garbuu birraa faca'u kan bifti isaa adii.
seera fuudhaafi heerumaa keessatti nama akka obboleessaatti laalamu, keessattuu durba heerumtuuf.
of jibbuu, of tuffachuu.
nama xinneessuu, busheessuu, tuffachuu.
bulbula damma irraa qophaawu, kan geeshoon itti hinnam'ine.
"bishaan” ilaalaa.
dhangala 'aa qadaada jilbaa keessa dhalootumaan jiru.