Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
birraa ma.
GAO

yeroo dhuma gannaatii qabee amma bonaatti jiru.

Birreeylee 1 ma.
GAO

bineessa daggalaa, kan bosonuu yookiin borofa fakkaatu.

Birreeylee 1 ma.
GAO

bineessa daggalaa, kan bosonuu yookiin borofa fakkaatu.

Birreeylee 2 ad.
GAO

bifa boora fakkaatu.

Birreeylee 2 ad.
GAO

bifa boora fakkaatu.

Birrii 1 ma.
GAO

1.(horii) ganzaba Itoophiyaa kan bara mootii Minilik sibiila irraa qophaaye.  2.horii Itoophiyaa ka...

Birrii 1 ma.
GAO

1.(horii) ganzaba Itoophiyaa kan bara mootii Minilik sibiila irraa qophaaye.  2.horii Itoophiyaa ka...

Birrii 2
GAO

"meeta" ilaalaa.

Birrii 2
GAO

"meeta" ilaalaa.

birrii buluu go.
GAO

odoo hinelmamin buluu; Saani birrii bule ganama mirgeeti elmama.

birrii buluu go.
GAO

odoo hinelmamin buluu; Saani birrii bule ganama mirgeeti elmama.

Birrii ooluu go.
GAO

odoo hinelmamin ooluu.

Birrii ooluu go.
GAO

odoo hinelmamin ooluu.

birriiqa ma.
GAO

aannan baay’ee kenna,mirga.

birriiqa ma.
GAO

aannan baay’ee kenna,mirga.

birriiqaa ad.
GAO

kan harka baldhatu, harjaa.

birriiqaa ad.
GAO

kan harka baldhatu, harjaa.

birriiqsifachuu go.
GAO

Akka aannan baay'ee kennitu soorachuu.

birriiqsifachuu go.
GAO

Akka aannan baay'ee kennitu soorachuu.

birriiqsisuu go.
GAO

akka aannan baay'ee kennitu soorachuu,2. mirgisiisuu.

Sponsors