Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Biriqqisa 2 ma.
GAO

gammachuu baay'ee agarsiisa.

Biriqqisa 2 ma.
GAO

gammachuu baay'ee agarsiisa.

birmacha ma.
GAO

yoo namni rakkatee iyyate gargaarsaaf dhaqa, dirmannaa.

birmacha ma.
GAO

yoo namni rakkatee iyyate gargaarsaaf dhaqa, dirmannaa.

birmachiisuu go.
GAO

iyyanii gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu.

birmachiisuu go.
GAO

iyyanii gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu.

birmachuu go.
GAO

namni yoo rakkatee iyyate gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu, dirmachuu.

birmachuu go.
GAO

namni yoo rakkatee iyyate gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu, dirmachuu.

Birmaduu 1 ad.
GAO

kan bilisa qabu.

Birmaduu 1 ad.
GAO

kan bilisa qabu.

Birmaduu 2 ma.
GAO

daa'ima xiqqoo.

Birmaduu 2 ma.
GAO

daa'ima xiqqoo.

birmaduu ma.
GAO

bilisa ta'iinsa,bilisummaa,mirmadummaa.

birmaduu ma.
GAO

bilisa ta'iinsa,bilisummaa,mirmadummaa.

birmajii ma.
GAO

yeroo arfan (seera Gadaatti) keessaa tokko, kan waggaa saddeet saddeetitti naanna'u.

birmajii ma.
GAO

yeroo arfan (seera Gadaatti) keessaa tokko, kan waggaa saddeet saddeetitti naanna'u.

birmannaa
GAO

"birmacha" ilaalaa.

birqii ad.
GAO

waan akka laayyeetti hinargamne, kan baay'ee jaallatamu yookiin sassatamuuf.

birqii ad.
GAO

waan akka laayyeetti hinargamne, kan baay'ee jaallatamu yookiin sassatamuuf.

birraa ma.
GAO

yeroo dhuma gannaatii qabee amma bonaatti jiru.

Sponsors