uffata furdaa kuula tokkoo kan yeroo baay'ee o'a isaatiif alkan uffatan, awusaa.

1.dugda horii kan kooraan yookiin fe'iisni madeessee fayye. 2. dugda fardaa iddoo harki lamaan itti ...

eegee firfirsee gammachuun simacha (sareef); Sareen abbaa ishee guddise yoo agartu.