Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
achuma da.go.
GAO

bakka biraatti miti, iddoo dhuma sana.

achuma da.go.
GAO

bakka biraatti miti, iddoo dhuma sana.

achumaan da.go.
GAO

karuma saniin. 2. itti fufeetoo, itti ida'eetoo, "Baadiyyaa deemeetiachumaan xaafii bitatee dhufe."

achumaan da.go.
GAO

karuma saniin. 2. itti fufeetoo, itti ida'eetoo, "Baadiyyaa deemeetiachumaan xaafii bitatee dhufe."...

ada bachuu go.
GAO

nama balleessetti tarkaanfii yookiin murtii fudhachuu.

ada bachuu go.
GAO

nama balleessetti tarkaanfii yookiin murtii fudhachuu.

Ada'a ma.
GAO

1. gosa Oromoo. 2. maqaa biyya warra Ada'aa.

Ada'a ma.
GAO

1. gosa Oromoo. 2. maqaa biyya warra Ada'aa.

adaadaa ma.
GAO

maqaa obboleettii abbaa yookiin haadhaa ittiin yaaman.

adaadaa ma.
GAO

maqaa obboleettii abbaa yookiin haadhaa ittiin yaaman.

adaadoo 1
GAO

"adaadaa" ilaalaa.

adaadoo 1
GAO

"adaadaa" ilaalaa.

adaadoo 2 ma.
GAO

muka daraaraan daraaraa handoodee fakkaatu.

adaadoo 2 ma.
GAO

muka daraaraan daraaraa handoodee fakkaatu.

adaamii
GAO

"hadaamii"  ilaalaa.

adaamii gammoojjii ma.
GAO

adaamii biyya gammoojjiitti margu, kan ija (firee) isaa nyaatan.

adaamii gammoojjii ma.
GAO

adaamii biyya gammoojjiitti margu, kan ija (firee) isaa nyaatan.

adaanessa ad.
GAO

kan namaa yookiin wayii hilu.

adaanessa ad.
GAO

kan namaa yookiin wayii hilu.

adaba godhachuu go.
GAO

"adaba qabaachuu" ilaalaa.

Sponsors