midhaan gootara eessatti biqile.
"bega” ilaalaa.
aariidhaan gubacha.
labooba abiddaa.
ariifataa,jarjaraa akka labooba abiddaa.
"belbelsiisuu” ilaalaa.
aarsuu, bobeessuu, laboobsuu.
akka belbelu gochuu.
laboobduu, aartuu, bobaatuu.
aariidhaan gubachuu, boba1uu.
waan hara malee haphatu.
kan dirribii hinta'in (yeroo baay'ee uffataaf), belesee; Naxalaa belesheen qorra irraa nama hin oolc...