Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
abugidduu ma.
GAO

quba dheeraa wadhakkaa.

abujadii ma.
GAO

gosa hucuu; Yoo gatiin kaakii sitti baay'ate abujadii bitadhu.

abujadii ma.
GAO

gosa hucuu; Yoo gatiin kaakii sitti baay'ate abujadii bitadhu.

abukaattoo ma.
GAO

nama bakka seeraatti namaa dubbatu, Xabaqaa.

abukaattoo ma.
GAO

nama bakka seeraatti namaa dubbatu, Xabaqaa.

abunii ma.
GAO

bulchaa bataskaana Ortodoksii yookiin Kaatoolikii.

abunii ma.
GAO

bulchaa bataskaana Ortodoksii yookiin Kaatoolikii.

aburdaallaa a.
GAO

gosa simbiraa.

aburdaallaa a.
GAO

gosa simbiraa.

abusuuda
GAO

"abasuuda" ilaalaa.

abuurachuu go.
GAO

duraan dursanii waayee waan tokkoo laaluu, otoo hojii hincalqabin dura akkaataa itti hojjetamu yaada...

abuurachuu go.
GAO

duraan dursanii waayee waan tokkoo laaluu, otoo hojii hincalqabin dura akkaataa itti hojjetamu yaad...

abuuruu go.
GAO

1. duraan dursaanii itti qophaawuu, itti yaaduu. 2.hawwuu.

abuuruu go.
GAO

1. duraan dursaanii itti qophaawuu, itti yaaduu. 2.hawwuu.

achi buutee da.go.
GAO

bakka wanti tokko dhaqe yookiin jiru; Barbaannee barbaanneetiachi buutee dhabne.

achi buutee da.go.
GAO

bakka wanti tokko dhaqe yookiin jiru; Barbaannee barbaanneetiachi buutee dhabne.

achi da.go.
GAO

bakka san, iddoo san.

achi da.go.
GAO

bakka san, iddoo san.

achittida.go.
GAO

bakka sanitti.

achittida.go.
GAO

bakka sanitti.

Sponsors