Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Bassoo 3
GAO

”basurree” ilaalaa.

basurree ma.
GAO

bineentii manaa kan qeerransa fakkaattu, kan antuuta akka adamsit'uuf guddifatan, adurree, bashoo.

basurree ma.
GAO

bineentii manaa kan qeerransa fakkaattu, kan antuuta akka adamsit'uuf guddifatan, adurree, bashoo.

bataja
GAO

"bakaja 2"ilaalaa.

bataskaana ma.
GAO

mana kiristaanni waaqa itti kadhatu yookii keessatti sagadu.

bataskaana ma.
GAO

mana kiristaanni waaqa itti kadhatu yookii keessatti sagadu.

batat jechuu 1 go.
GAO

koola urgufanii (waan akka indaaqqoof) bararuuf ka'uu yookiin ariitiin deemuuf miilla lafa irra butu...

batat jechuu 1 go.
GAO

koola urgufanii (waan akka indaaqqoof) bararuuf ka'uu yookiin ariitiin deemuuf miilla lafa irra butu...

batat jechuu 2 go.
GAO

yaada malee yookiin akkasumaan dhama'uu.

batat jechuu 2 go.
GAO

yaada malee yookiin akkasumaan dhama'uu.

batatiima.
GAO

sagalee waanti xiqqoon ennaa tasa kaattu yookiin barartu dhaga'amu; Ennaa adalli indaaqqoo fudhattun...

batatiima.
GAO

sagalee waanti xiqqoon ennaa tasa kaattu yookiin barartu dhaga'amu; Ennaa adalli indaaqqoo fudhattun...

batattisuu go.
GAO

sagalee batat jedhu dhageessisuu.

batattisuu go.
GAO

sagalee batat jedhu dhageessisuu.

batii ma.
GAO

dhahiisa xiqqoo ganaa harkaatiin yookiin uleen dhahan. 2. gateettii irra ganaa (barruu) harkaatiin j...

batii ma.
GAO

dhahiisa xiqqoo ganaa harkaatiin yookiin uleen dhahan. 2. gateettii irra ganaa (barruu) harkaatiin ...

Battala 1 da.go.
GAO

amma libsuu ijaa, oggasuma, odoo hinturin; Ka'eeti battala as gaye. 2.odoo hinbeekin yookiin itti hi...

Battala 1 da.go.
GAO

amma libsuu ijaa, oggasuma, odoo hinturin; Ka'eeti battala as gaye. 2.odoo hinbeekin yookiin itti h...

Battala 2 ma.
GAO

hudduu jala, hundee, teessoo; Muka kana gadi siqii battalatti muri; koomee irra of hintaa’inii bat...

Battala 2 ma.
GAO

hudduu jala, hundee, teessoo; Muka kana gadi siqii battalatti muri; koomee irra of hintaa’inii bat...

Sponsors