Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
basaquu go.
GAO

kolfaan gammachuu baay'ee agarsiisuu.

bashaaruu go.
GAO

lafa qotamee bullaaye dhuma irratti qotanii facaasuu, keessa dhawuu; Mirgooleen baqaqsaa dadhabdu ba...

bashaaruu go.
GAO

lafa qotamee bullaaye dhuma irratti qotanii facaasuu, keessa dhawuu; Mirgooleen baqaqsaa dadhabdu ba...

bashbasha ad.
GAO

waan baay'inaan argamu, danuu, baay'ee.

bashbasha ad.
GAO

waan baay'inaan argamu, danuu, baay'ee.

Bashoo 1
GAO

"shooshoo211 ·ilaalaa.

Bashoo 1
GAO

"shooshoo211 ·ilaalaa.

bashoo dhawuu go.
GAO

tamsee yookiin callee darbuun yookiin harkatti maranii lakkaawuun raaguu.

bashoo dhawuu go.
GAO

tamsee yookiin callee darbuun yookiin harkatti maranii lakkaawuun raaguu.

bashoo2
GAO

"basurree" ilaalaa.

bashuree
GAO

"basurree" ilaalaa.

basseeffachuu go.
GAO

Daakuu bassoo bishaaniin laaffifachuu.

basseeffachuu go.
GAO

Daakuu bassoo bishaaniin laaffifachuu.

basseessuu go.
GAO

daakuu bishaanitn laaffisuu.

basseessuu go.
GAO

daakuu bishaanitn laaffisuu.

Bassoo 1 ma.
GAO

nyaata akaayii garbuu daakanii qopheessan; Bassoon galaa duulaati.

Bassoo 1 ma.
GAO

nyaata akaayii garbuu daakanii qopheessan; Bassoon galaa duulaati.

Bassoo 2
GAO

”sibsaabii” ilaaiaa.

Bassoo 2
GAO

”sibsaabii” ilaaiaa.

Bassoo 3
GAO

”basurree” ilaalaa.

Sponsors