Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
bargoo 3 ad.
GAO

kan hadhaawuu hedu, dhangaggaa' aa.

bargoo 3 ad.
GAO

kan hadhaawuu hedu, dhangaggaa' aa.

bari go.              
GAO

wanni  kun akkanaa beeki, hubadhu,  qabadhu jechuu; hojii wajjinmalee. "Kan nama guddisu yaada du...

bari go.              
GAO

wanni  kun akkanaa beeki, hubadhu,  qabadhu jechuu; hojii wajjinmalee. "Kan nama guddisu yaada d...

barii da,go
GAO

yeroo alkan dhumee guyyaan calqabu, abboroo, suphii.

barii da,go
GAO

yeroo alkan dhumee guyyaan calqabu, abboroo, suphii.

barii'a ma. 
GAO

barii ta'iisa.

barii'a ma. 
GAO

barii ta'iisa.

barii'uu go.
GAO

halkan dhumee guyyaan seenuu, barii ta'uu.

barii'uu go.
GAO

halkan dhumee guyyaan seenuu, barii ta'uu.

bariifata 1 ma.
GAO

yeroo alkan keessaa gara guyyaatti sikfachuu; "Bariifattee yoo baate malee bineensi si nyaata."

bariifata 1 ma.
GAO

yeroo alkan keessaa gara guyyaatti sikfachuu; "Bariifattee yoo baate malee bineensi si nyaata."

bariifata 2 ma.
GAO

midhaan gaalgala irraa hafee ganama nyaatan, bultee.

bariifata 2 ma.
GAO

midhaan gaalgala irraa hafee ganama nyaatan, bultee.

bariisaa 1 
GAO

"barii" ilaalaa.

bariisaa 1 
GAO

"barii" ilaalaa.

Bariisaa 2 ma.
GAO

maqaa gaazexaa Afaan Oromoo.

Bariisaa 2 ma.
GAO

maqaa gaazexaa Afaan Oromoo.

bariisifachuu go.
GAO

amma namaa barii'utti turuu.

bariisifachuu go.
GAO

amma namaa barii'utti turuu.

Sponsors