Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
barfachuu go.
GAO

ganama irraa yeroo gara guyyaatti siksuu, turuu.

barfata ma.
GAO

turiisa ganamaa, yeroo ganama irraa gara guyyaatti harkisa; Namni dafeehirribaa hinkaane barfatagud...

barfata ma.
GAO

turiisa ganamaa, yeroo ganama irraa gara guyyaatti harkisa; Namni dafeehirribaa hinkaane barfatagu...

bargaafachiisuu
GAO

"bargaanfachiisuu" ilaalaa.

bargaafachuu
GAO

"bargaanfachuu" ilaalaa.

bargaafannaa
GAO

"bargaanfannaa" ilaalaa.

bargaanfachuu go.
GAO

luka lamaan addaan qabachuu.

bargaanfachuu go.
GAO

luka lamaan addaan qabachuu.

bargaanfannaa ma.
GAO

luka lamaan addaan qabannaa.

bargaanfannaa ma.
GAO

luka lamaan addaan qabannaa.

bargaawuu go.
GAO

bargii yookiin bargoo ta' uu.

bargaawuu go.
GAO

bargii yookiin bargoo ta' uu.

bargeessuu go.
GAO

bargii yookiin bargoo taasisuu.

bargeessuu go.
GAO

bargii yookiin bargoo taasisuu.

bargii ad.
GAO

Kan hin bilchaanne, dheedhii,  bajjii.

bargii ad.
GAO

Kan hin bilchaanne, dheedhii,  bajjii.

bargoo 1
GAO

"bargii" ilaalaa.

bargoo 1
GAO

"bargii" ilaalaa.

bargoo 2 ad.    
GAO

bifa  diiminatti gaalchu, kan diimachuu hedu, kan bilchaachuu  jala gaye, garajii.

bargoo 2 ad.    
GAO

bifa  diiminatti gaalchu, kan diimachuu hedu, kan bilchaachuu  jala gaye, garajii.

Sponsors