waanti hinbeekamne beekamuu.
bara kana, bara keessa jiran.
1. durba barana heerumte, baranoo. 2. midhaan mana hinbayin, kan barana gale.
"baranee" ilaalaa.
haraqee lammata irra deebi'anii baasan, kan hara malee nama macheessu.
1. koolaan (baalliin) waaqa keessa kaacha. 2. hara malee fiiga, kaacha; Kaannaa keessa darbeeti akka...
1. koolaan (baalliin) waaqa keessa kaacha. 2. hara malee fiiga, kaacha; Kaannaa keessa darbeeti akk...
bilbiisa lafa irra deemtu yookiin utaaltu, tan yeroo baay'ee mi'a aannanii seentu.
dimimmisa ganamaa, odoo sirriitti hin'ifin.
"bararii" ilaalaa.
akka bararu gochuu.
1. koolaan (qoochoon) waaqa keessa kaachuu; 2. hara malee kaachuu, fiiguu.