xaxamuu go.

GAO

Hiika

1. asiifi achi wal keessa fuudhamee hidhamuu, wal qabatee garri isaa wallaalamuu; Kirriin xaxame dafee namaa hinhiikamu. 2. akka keessaa bawuun nama dhibutti rakkoo keessa galuu.
Sponsors