xaxa'uu go.

GAO

Hiika

1.sagaleen tokko (yeroo baay'ee kan nama naasisu) akka tasatti bayee namatti dhagahamuu; Mukukkulli yeroo itti afarsan nixaaxa'a; Akaayiin bisingaa yammuu xaaxa 'u waa itti gombisan malee eelee irraa dhuma. 2. waca yookiin oduu guddisuu, daddafanii haasa'uu; Hinxaaxa'iniitii akka dhala namaatti dubbadhu.
Sponsors