waakkachuu go.

GAO

Hiika

1. qabeenya dhokfachuuf hinqabu jechuu, dhaba haasa'uu. 2. xinneessanii namaa kennuu. 3. dhugaa dhoksuu.
Sponsors