ujummoo ma.

GAO

Hiika

meeshaa qal'a keessi holqa qabu kan shambaqqoo yookiin leemmana irraa qophaa'ee gaayyaa ittiin xuuxan. 2. meeshaa furdaa keessi qaawwaa, kan leemmana irraa qophaa'u, kan haraqee ittiin baafatan, masaabaa. 3. meeshaa bishaan,ittiin harkifatan, boombaa.
Sponsors