qu'uu go.

GAO

Hiika

1. gadi qabuu, hacuucuu; Abbaan ijoollee nigorsa malee hinqu'u. 2. harka aboottifatanii rukutuu. 3. xixinneessanii muka falaxachuu; kan gumcuu qu'u waan bobeessu hindhabu.
Sponsors