qorxii ma.

GAO

Hiika

mi'a migiraa kan yeroo ateetee bulfatan marqaa itti baasanii nyaatan yookiin daakuu ittiin safaran; Ganamaan kaatee daakuu qorxii tokko daakte.
Sponsors