qorquu go.

GAO

Hiika

1.ilkaaniin solloqsanii nyaachuu; Jaarsi boqqolloo qorquu hindanda'u. 2. irraa fixuu, deegsuu; Barri hamaan jiruu namaa qorqa.
Sponsors