qorqoruu go.

GAO

Hiika

1. quba harkaatiin (yeroo baay'ee) bobaa namaa tuttuquu. 2. gaaffii namatti guddisuu, ammaa amma gaafachuu; Namni borii jaallatu haadha manaa  qorqoruu baay'isa.
Sponsors