qonyonyaa'uu go.

GAO

Hiika

1. walitti qabachuu, suntuuruu; Madaan qonyonyaa'u dafeeti fayya. 2.waan qaban gadi dhiisuu diduu; Barumsa waan itti qonyonyaa'e qabateef dafee fixate.
Sponsors