qaxaruu go.

GAO

Hiika

beellama kennuu; Nama qaxaranii hafuun balleessaa guddaadha. 2. gatiidhaan nama bulchuu, mindeessuu; Tiksee horii ganni otuu hinseenini qaxaru.
Sponsors