qarsaa ma.

GAO

Hiika

1. dhagaa sibiila irratti qaran; Qottoo doome qarsaatti rigeeti qara baasise. 2. dhagaa diriiraa kandarbee darbee uffata irratti miiccatan;  Warri baadiyyaa daara xuraaye qarsaa irratti miiccu.
Sponsors