Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qamisii ma.
qamisii ma.
GAO
Hiika
1.uffata dubartii kan mudhiin yeroo baay'ee shinshinii qabu. 2. uffata dubartii kan qomaa hamma jillaatti dheeratu. 3. uffata shamizii fakkaatu kan joboba
gotota habashaa hoggaa maqaa Kabajaa namaa kennan namatti uwisan.
Sponsors