qam gochuu go.

GAO

Hiika

1. afaaniin qolatanii liqimsuu. 2. otoo lafa hinbu'in waa qolachuu. waan tokko otoo hin beekin qabuu; Poolisiin namicha battalatti qam godhe.
Sponsors