qalqala ma.

GAO

Hiika

mi'a manaa kan gogaa re'ee irraa qophaa'u. 2. nama nyaata jaallatu, gara balleessa; Qalqali kun hamma fe'e nyaatu hinquufu. 3. nama dubbii garaatti hinqabanne, afuuffee; Nammicha qalqala sanatti oodessiteeti of balleessite.
Sponsors