qabdii ma.

GAO

Hiika

1 .gatii xinneessanii yookiin cabsanii dura kennan; Sa'a sana bituuf qabdii kennee deeme. 2. waanti  bituu barbaadan akka nama jalaa hinbaane mi'a kennan; Qabdiidhaaf jecha amartii warqii itti kenne.
Sponsors