naquu go.

GAO

Hiika

1. waan tokko waan biraatti garagalchuu; Bishaan lafatti naquu, midhaan keshaatti naquu; Biyyoo ijatti naquu. 2. farsoo qopheessuu; Farsoo masqalaa naquutti jirti.
Sponsors