Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
naqamuu go.
naqamuu go.
GAO
Hiika
1. qodaatti garagalfamuu; Bishaan saafiyaatti naqamu malee uffanni hinmiicamu. 2. farsoon qopheeffamuu; Farsoon ayyaana waggaa naqameera. 3. fuudhaaf kaadhimamuu, miini itti keewwamuu; Intalli Abbaa Tarfaa heerumuuf naqatamuu hinooltu.
Sponsors