Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
naqachuu go.
naqachuu go.
GAO
Hiika
1. qodaa ofiitti garagalfachuu; Qodaa keessaa bishaan naqachuu. 2. qopheeffachuu; Farsoo naqachuu. 3.ija godhachuu; Bunni ija naqachuu jalqabe. 4. dhiirri durba fuudhuuf amartifi mi'a biraa itti keewwachuu; Intala naqachuun barbaada.
Sponsors