namatti bawuu go.

GAO

Hiika

1. utuu deemanii fuulaan nama arguu; Utuun baadiyyaa keessa deemuu naman beeku tokkotti baye. 2. bifaan yookiin amalaan nama biraa fakkaachuu; Abbaa nama dhalcheeti bawuun waanum jiru.
Sponsors