mirga 2 ma.

GAO

Hiika

bineensa akka arbaa, leencaa, w.k.f. ajjeesanii., irraa fudhatamu, yookiin kabaja isaa irraan dhufu. 2. uumamaan waan namni gochuu danda'u; Afaan ofiitiin barachuun mirga ilma namaati. 3. waan hojjetan irratti ol'aantummaa namni sun qabu; Kitaaba. kana deebisanii maxxansuun mirga isa katabeeti."
Sponsors