many'ee ma.

GAO

Hiika

kutaa miillaa kan sarbaa gadi jiru, kan qubaafi korony'ooni irratti margu; Manyee qotiyyoo affeelanii maqinii isaa shorbaatti naqatu; Dhagaan na dhayee many'ee na cabse.
Sponsors