malkaa ma.

GAO

Hiika

1. dhooqa bishaan keessa yaa'u; Malkaa kamii bishaan waraabbatuu? 2 bakka ittiin laga ce'an; "Hiriyaan garaa wal hinbeekne malkaa dhuftetti wal kaksiifti ".
Sponsors