Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lawuzii ma.
lawuzii ma.
GAO
Hiika
waan akka ija baaqelaa fakkaatu, kan ijji isaa biyyoo keessatti hidda irratti wal horu, akaawamee kan akkasumatti nyaatamu yookiin bulayee waan biraatiin lallaafee daabbootti dibamee nyaatamu, ocholoonii.
Sponsors