Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
ija baasuu go.
ija baasuu go.
GAO
Hiika
1. maal naan jedhuu dhabuu, qaanii dhabuu. 2. firee yookiin buusaa godhachuu, naqachuu. 3. waan ta'etti dallananii lolaaf qophaa'uu, ori'uu; Ija baastus namni si sodaatu hinjiru!
Sponsors