humbaachoo ma.

GAO

Hiika

1. hidda baala isaa yeroo dubartiin deessu bishaan keessa cuubanii dugda ishee ittiin sukkuuman. 2. Jabbiin gaafa golaa baatu ija namaatiif jedhanii waan itti maran.
Sponsors